Minnesota Secretary Of State - Oromo
Skip to main content

Minnesota keessatti sagalee kennuu (Voting in Minnesota - Oromo)


Sagalee kennuudhaaf galmaa'uu

Eenyu filachuu akka danda'uu fi akkamitti Guyyaa Filannoo dura ykn guyyaa filannootti galmaa'uu akka danda'u.

 

Guyyaa Filannootti Sagalee Kennuu

Guyyoota filannoo, akkaataa itti filatan, gargaarsa filannoo fi mirga filattotaa.

 

Karaa kan biroo sagaleen ittiin kennamu

Bakka qaamaan argamuu hin dandeenyetti dursaatii sagalee kennaa, dirree waraana irraa ykn biyya alaa irraa sagalee kennuu, akkasumas akkamitti poostaadhaan bakka filannootti sagalee kennuun akka danda'amu.

Eessattin sagalee kenna?

Bakka itti sagalee kennitan adda baafadhaa. Odeeffannoon filannoo kan Isteetii ykn federaalaa gara guyyoota 45 dura kan argamu ta'a.

 

Waraqaa filannoo koo irratti maaltu argama?

Samuuda waraqaa filannoo kaadhimamaa fi gaaffilee waraqaa filannoo sagalee itti kennitan agarsiisu argadhaa. Odeeffannoon waa'ee filannoo kan Isteetaa ykn federaalaa gara guyyoota 45 dura kan argamu ta'a.

Guyyoota Filannoo Bara 2025

  • Fulbaana 19: Poostaadhaan ykn qaamaan sagalee kennuu Fulbaana 19 hanga Sadaasa 3 (Filannoo Waliigalaa).
  • Onkoloolessa 14: Guyyaa Filannoo yeroo qusachuuf hanga Onkoloolessa 14tti dursitanii galmaa'aa.
  • Sadaasa 4: Guyyaa Filannoo